Igobessa(petition) Mallateessuu
Komishinni polisii hawaasaa saanduqa filmaata Sadaasaa bara 2022 irratti akka dhiyaatuuf
KPH= Poolisi too’anno hawaasa jalatti argamu
Heericha (chartera) magaalaa Minneapolis akka jijiiramu
Komishina haarawa miseensota 13 ofi keessa qabu kan quphattonni (Jiraattota) magaalaa Minneapolisitin filataman
Komii Hawaasaa hundaa qorachoo
Heera naamusa hojii hamaa polisii hojitti hiikuu, dhimoota seeraaf dhiyaatan yeroo barbaachisa ta’etti himannaa irratti banuu
Seeraa fi heera, Naamusa, Woliigaltee fi Baajii polisii qopheessuu. Itt gaafatamaa polisotaa Mindeessuu ykn qacaru.
Sadarkaa Gandatti(ollatti) fedha keennaaf deebisaa kennuu
KPH yaada amma saanduqa filanotaa irratti dhiyaatun kan tokko ta’ee mit
Akkuma eeyyee Minneapolis bara 2021 gaafii saanduqa filmaataa, KPH hanbaa Polisii Magaalaa Minneapolis qofatti mit
KPH Kantiibaa fi mana maree bulchinsa magaala polisii keessa kan baasu ta’a
Hojiin guddaan KPH dipaartimeenti Polisii too’achoo ta’a
KPHin waa’ee poolisiin akka ummata hunda tajaajiltu gochuuf itt gaafatamummaa fudhachoot
KPH jechoon, ummanni arma jiraatu eennu akka polisii isaaf ta’uu fi namni polisii ta’e suni akkamitti akka hojii isaa hojjacho qabu kan murteessu
Polisii Hawasa Magaalaa Minneapolis tiin kan kafalameedha tinyurl.com/mpls4ccp. Teesson saanduqa poostaa 11126 Minneapolis MN 55411. KPH= Komishina Polisii Hawasaa